Ati maalummaa kee beekta? Hamma nuu hin qabdu karaa tuukta. Of tuqaa, of beeki, of jaaladhu, Hojiin kee akka biyyaa ifadhu.
Barsiisaa, sanyii Oromoo, Ati dhuunfaa keessa maal qabdaa? Jaalala, amantii, jajjaboo? Ykn soda, gadda, fi ajaa'iboo? walaloo afaan oromoo waa 39-ee barsiisaa
Hojiin kee guddina biyyaa, Afaan kee jireenya sanyii. Akka bineensota bosonaa, Utuu hin jiraatin yaa lafaa. Ati maalummaa kee beekta